Macaafa Qulqulluu


1.0.4 by Robsan Mako
Feb 8, 2020

About Macaafa Qulqulluu

The Books of Old and New Testament in Afan Oromo

Afan Oromo Bible for your android device!

Beautiful and user-friendly Bible app with cool essential features:

- Grid / List book selection option

- Pop-up reference verses which help in bible study

- Pinch to resize

- Double tap for fullscreen reading mode

- Dark (night) mode

- Bookmark verse (s)

- Highlight verse (s)

- Take notes on the verse (s)

- Share verse (s) using SMS, telegram, messenger, ... and other sharing platforms

- Copy verse (s)

- and many more

Download today and take your Bible with you wherever you go!

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inn dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan can beekamu years 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har'a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu ​​nutti dhaga'ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo

Robsan Mako

Developed by Waktola Merdassa

waktolam@gmail.com

Amajjii, 2020

What's New in the Latest Version 1.0.4

Last updated on Aug 15, 2022
Some fixes

Additional APP Information

Latest Version

1.0.4

Uploaded by

Amanda Montero

Requires Android

Android 4.0+

Show More

Use APKPure App

Get Macaafa Qulqulluu old version APK for Android

Download

Use APKPure App

Get Macaafa Qulqulluu old version APK for Android

Download

Macaafa Qulqulluu Alternative

Get more from Robsan Mako

Discover