Maqaa Oromoo


3.0 per Gulele Software And Application Development
Feb 15, 2019 Vecchie versioni

A proposito di Maqaa Oromoo

Appilikeeshiniin kun maqaawwan heddu kan qabuufi maqaa moggaasuu danda'a.

Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta'eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu.

-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta'een akka filataniif qarqaara. Applikeeshiniin bilbiloota 'android' MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshinin kun haala salphaa ta'een banamee kan itti fayyadamuun danda'amuudha.

Novità nell'ultima versione 3.0

Last updated on Feb 17, 2019
-UI Improved
-bugs fixed

Informazioni APP aggiuntive

Ultima versione

3.0

Caricata da

حمودي الصالحي الصالحي

È necessario Android

Android 4.0+

Available on

Mostra Altro

Use APKPure App

Get Maqaa Oromoo old version APK for Android

Scarica

Use APKPure App

Get Maqaa Oromoo old version APK for Android

Scarica

Maqaa Oromoo Alternativa

Trova altro da Gulele Software And Application Development

Scoprire