Macaafa Qulqulluu


1.0.4 per Robsan Mako
Feb 9, 2020

A proposito di Macaafa Qulqulluu

I libri dell'Antico e del Nuovo Testamento in Afan Oromo

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatuhehe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har'a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (dispositivo mobile) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu ​​nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo

Robsan Mako

Sviluppato da Waktola Merdassa

waktolam@gmail.com

Amajji, 2020

Informazioni APP aggiuntive

Ultima versione

1.0.4

È necessario Android

4.0

Segnala

Segna come inappropriata

Mostra Altro

Macaafa Qulqulluu Alternativa

Trova altro da Robsan Mako

Scoprire