Hiibboo Deebii Waliin


7.0 per K Technologies
Oct 24, 2023 Vecchie versioni

A proposito di Hiibboo Deebii Waliin

Hiibboo Deebii sirrii waliin (enigmi con risposte)

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan "beekte ykn argatte" jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

Informazioni APP aggiuntive

Ultima versione

7.0

Caricata da

นฤพล สาโดด

È necessario Android

Android 4.4+

Available on

Mostra Altro

Use APKPure App

Get Hiibboo Deebii Waliin old version APK for Android

Scarica

Use APKPure App

Get Hiibboo Deebii Waliin old version APK for Android

Scarica

Hiibboo Deebii Waliin Alternativa

Trova altro da K Technologies

Scoprire