Use APKPure App
Get Afaan Oromoo Writing Practice old version APK for Android
pratica Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan Oromo di scrittura con le parole Oromo
Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin Kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu Akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin waluumagalatti Kuni, dandeettiiwwan afaanii Afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi Kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa, installare godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Si prega di valutare la nostra app in Google Play Store.
Grazie per aver scaricato,
OROMNET software e lo sviluppo di applicazioni, Nekemte, Etiopia
Last updated on Aug 14, 2024
Minor bug fixes
Caricata da
Adis Adi Ado
È necessario Android
Android 5.0+
Categoria
Segnala
Afaan Oromoo Writing Practice
3.81 by OromNet Software and Application Development
Dec 6, 2024