Alii Sufiyaan Nashida


9.0 2 Reviews
2.0 by K Technologies
Feb 23, 2023 Old Versions

About Alii Sufiyaan

Alii Sufiyaan - Nashiidaa Afaan Oromoo

App kana keessatti nashiidaalee Ustaaz Alii Sufiyaan hundi qophaayeera. itti dabaluun Wallpaper, Kallattii Qiblaa, Sagalee Qur'aanaa fi Du'aa'iwwan adda addaa of keessaa ni qaba. Barnoota fi qajeellummaa gaarii akka irraa argattan abdii ni goona.

- Qara'i Qara'i

- Obboleessa koo

- Hijaabii

- Kan diinif tumse shabaabi

- Urjiilee keenya

- Qiyaamaa

- Yaa Ummii

- Uktii qaalii

- Zikrii

- Diin islaam hin awwaalamu

- Bilisummaan ummata islaamaaf

- As-haabul Musxafaa

- Arrabni kee hin hifatin

- Zamanni baduun dhuguma

- Haadha mu'imintootaa

- Islam new hiwote

- Ramadaan

- Du'aa'ii

- Ahadun Ahad

- Muslimaa

- Qabrii

- ila salaat

- Hamdii fi Shukrii

Additional APP Information

Latest Version

2.0

Uploaded by

Washington Jesus

Requires Android

Android 6.0+

Show More

Use APKPure App

Get Alii Sufiyaan old version APK for Android

Download

Use APKPure App

Get Alii Sufiyaan old version APK for Android

Download

Alii Sufiyaan Alternative

Get more from K Technologies

Discover